Gareeleen Mirga Namaa Mootummaan Itiyoopiyaa Interneetii Cufuun Mirga Namaa Dhiibuu Dha Jedhan

  • VOA

Mootummaan Itiyoophiyaa ajjeechaa Hacaaluu Hundeessaa booda interneetii cufuun isaa ni yaadatama. Mootummaan akka jedhetti jibbiinsaa fi hookkarri gama interneetiin faca’aa, ajjeechaanis biyyattii keessatti akka geggeessamu tuqata jedhe.

Gama biraan qabsaa’onni mirga namaa tarkaanfii kana balaaleffachuu dhaan kun mirga namaa fi mirga walabummaan yaada ofii ibsachuu dhiituu dha jedhan.