Ergamtoota HIWEHAT Yakkaa Raawwachuuf Socho’an 26 Hidhe, Jedha Bulchiinsi Magaalaa Jimmaa

Kantiibaan Magaalaa Jimmaa Obbo Tijjaanii Naasir, “Meeshaalee waraanaa fi maallaqa namootni kun dhimma itti bahan qabneerra” jechuun dubbatan. Komii jiraattota keessaa hagi tokko, kan namootni hidhamaa jiran, waan godinaa ykn bakka biraarraa dhufaniifi, jechuun kaasaniif ennaa deebisanis, “namni yakka hojjatu Godinaa hin qabu, Saba hin qabu, nuti kan qabne ergamtoota HIWEHAT jedhan.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Ergamtoota HIWEHAT Yakkaa Raawwachuuf Socho’an 26 Hidhe, Jedha Bulchiinsi Magaalaa Jimmaa