Addis Staandaard Hojii Itti Fufuuf Akka Jiru Beeksisee Jira

  • VOA

Torban kana hojii isaa itti fufuu akka danda’uu mootummaa biraa mirkanii argachuu isaa Addis Staandaard beeksisee jira. Kunis ajandaa looltoota Tigraay keessaa waraanaa jiranii tarkaanfachiisa jechuun waajirri abbaa taayitaa midiyaa Itiyoophiyaa ehama hojii Addis Staandaard erga harkaa fudhee booda.

Gabaasa Guutuu Caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Addis Staandaard Hojii Itti Fufuuf Akka Jiru Beeksisee Jira