Ambaasaddariin Yunaaytid Isteets Baratoota Yunvarsiitii Jimmaati Haasaha Godhan

Ambaasaader Maaykil Reenar

Mootumaan Yunyaayitid mul’ata jijjiramaa Dr. Abiyyi Ahimed deegaruuf waliin dhaabbattee hojjetti, jedhan - Itiyoophiyaatti Ambaasadari Yunaayitid Isteetis - Maaykil Reener.

Ambaasaader Reenar Yunivarsiiti Jimmatti, barattoota waliin, mata-duree “Ijaarsa Itiyoophiyaa boriif gahee dargagoota” irratti marii marii geggeessame irratti haasawa taasisan keessatti kana dubbatan.

Muktaar Jamaal – bakka mariin kun itti geggeessame - Jimma irraa gabaasaa bal’aa qaba.

Your browser doesn’t support HTML5

Ambaasaddariin Yunaaytid ISteets Baratoota Yunvarsiitii Jimmaati Haasaha Godhan