Biyyonni Afrikaa Sadii Filannoo Gaggeesuuf Jedhu

  • VOA

Baatii Hagayya dhufu keessa filannoo gaggeesuuf kan jiran biyya boba’an badhaate Angoolaa, gaanfa Afrikaa keessatti humna guddaa kan qabdu Keniyaa fi biyyi hatattamaan guddataa jirti jedhamte Rwaandaa dha.

Biyyoota sadeen keessatti duulli filannoo gaggeeffamaa kan jiru yoo ta’u biyyonni sadeen teessuma lafaa, siyaasaa fi dinagdeen hedduu adda addummaa qaban.

Danqaan qaban guddaa waan ta’eef dorgommiin ta’uuf jiru hundatuu eegaa jira

Your browser doesn’t support HTML5

Biyyonni Afrikaa Sadii Filannoo Gaggeesuuf Jedhu