Dhukkubii Koleeraa Naayjeriyaa Keessatti Hammaataa Jira

  • VOA

Naayjeriyaan weerara dhukkuba Koleeraan rakkataa jirti (Suuraa faayilii)

Naayjeriyaan waggootii hedduu keessatti yeroo duraaf weerara dhukkuba Koleeraan rakkataa jirti.Haga ammaatti namnii 2300 caalaan Koleeraan kan du’uun gabaafamee jira.

Gama kaaniin biyyattiin weerara vaayrasii Koroonaan rakkataa kan jirtu yoo ta’u uummata Naayjeriyaa 100 keessaa hark tokkoo gadiitu talaalii tokko qofa argate.

Gabaasa Guutuu Caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Dhukkubii Koleeraa Naayjeriyaa Keessatti Hammaataa Jira