Muummicha-ministaraa Itiyoophiyaa Dr. Abiyyi Ahimediin Kan Durfame Jilli Hoogganootaa Har’a As Waashington DC Seenee Jira

  • Jaallannee Gammadaa
    Namoo Daandii

Muummichi-ministaraa Itiyoophhiyaa - Dr. Abiyyi Ahimed, Prezidaantii Bulchiinsa Naannoo Oromiyaa - Obbo Lammmaa Magarsaa, ministara Dhimma-alaa Itiyoophiyaa - Dr. Warqinaa Gebeyyoo kan of keessaa qabu jilli aangawoota Itiyoophiyaa har’a ganama Waashington DC seenee jira.

Waahelli keenya Jaalannee Gammadaa, simannaa isaanii fi haalawwan itti fufanii geggeessaman hordofuuf Dirree-xayyaaraa Daales irraa eegaltee hordofaa turte, haala ture nuuf ibsitee jirti. Dhalatoota Oromoo simannaaf deemanii turan irraas haga tokkos haasofsiisnee jirra.

Nu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Muummicha-ministaraa Itiyoophiyaa Dr. Abiyyi Ahimediin Kan Durfame Jilli Hoogganootaa Har’a As Waashington DC Seenee Jira