Itiyoophiyaa Keessatti Lakkobsii Namoota KOOVIID-19n Du’anii Dabalaa Jira:I nistitiyuutii Fayyaa Hawaasaa

Guyyoota 7 keessatti lubbuun namoota 227 sababa KOOVIID-19n darbuu Inistitiyuutiin fayyaa hawaasa kan Itoophiyaa beeksiseera.

Hawaasni osoo hin nuffiin ofegannoo barbaachisaa gochuu qaba jechuun Inistitiyuutiin kun hubachiisera.

Qajeelfamoota ministeera fayyaa fi Inistituytii fayyaa hawaasaa irraa bahan hordofuu fi hojii irra oolchuun dirqama jechuun Insittuyuutiin fayyaa hawaasa Itoophiyaatti itti aanaan hooggana wiirtuu qindeessa balaa tasaa kan ta’an Dr.Milkiyaas Tafarraa ibsanii jiru.

Gabaasa Tseehaay Daamxoo Finfinnee irraa gabaastee Caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Itiyoophiyaa Keessatti Lakkobsii Namoota KOOVIID-19n Du’anii Dabalaa Jira:I nistitiyuutii Fayyaa Hawaasaa