Kaartaan Bakka Irreecha Hora Finfinnee Bulchiisa Magaalattiin Kenname

Faayilii - Irreecha Hora Finfinnee

Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Irreecha Hora Finfinnee, ka bakka Doloolloo Buddeenaa jedhamutti geggeessamuuf kaartaa mirkanii kennee jirra.

Ayyaanni Irreechaa bara kana kabajamu haala vaayirasii kooronaatiif nama hin saaxilleen ka geggeessamu tahuu Abbottin Gadaa ibsan.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Kaartaan Bakka Irreecha Hora Finfinnee Bulchiisa Magagaalattiin Kenname