Muddamsuun Chaad Keessaa Hin Laaffanne

  • VOA

Waggootan 30n darbaniif ka biyyaa Chaad bulchaa turan prezidaant Idiris Deebii torban darbe harka finciltootaan ajjeefamanii, Jimaata darbe magaala gama mootummaa biyyattii Nijaaminaa keessaatii awwaalaman.

Haalli magaalattii keessaa ka gab jedhe fakkaateyyuu muddamni jiru hin laaffanne.

Ilmi isaanii mootummaa ce’uumsaa ji’a 18 ture akka hogganan gochuun heera biyyattii cabsuudha jechuudhaan lammiileen biyyatii mormanii jiran.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Muddamsuun Chaad Keessaa Hin Laaffanne