Xurree ittiin seenan

Guyyaan Daa’imman Addunyaa Itiyoophiyaa Keessatti Kabajame

  • VOA

Itiyoophiyaatti ministarri dubartootaa fi daa’ammanii mirgawwan fi nageenyi daa’imman Itiyoophiyaa kabajameefii akka guddatan gochuuf kan hojjetaa jiru ta’uu beeksise. Kana har’a ayyaaneffamee oole Guyyaa Daa’imman Addunyaa irratti daa’amman rakkoo isaanii furachuuf malawwan adda addaatti akka fayyadamuu danda’an ibsamee jira. Yuniiseef (UNICEF) waggoota 65-f Itiyoophiyaa keessa turuunis yaadatamee jira .

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG