Xurree ittiin seenan

Breaking News

Rasaasaan Iddoo Afur Rukutameen Qabame, Waggaa Torba Mana Hidhaa Dukkanaa Keessan Ture:Najiib Xahaa


Najiib Xahaa Hassan
Najiib Xahaa Hassan

Magaala Dirree Daawaa Keessatti dhalachuu isaa kan dubbatu Najiib Xahaa Haj-Hasan umrii isaa ijoollummaa ABOtti makamee ituu jiru waahiloota isaa sadii waliin godiina Baalee - Beeltoo keessaa qabaman.

Haleellaa irra ga’eef wal’ansa barbaachisaa yeroon argachuu dhaba irraa midhaa guddaan irra ga’u isaa sana irratti immoo dararaaa irra ga’een daran haala hamaa keessa akka ture ibsee jira.

Waahiloonni isaa isa waliin qabaman sadeen yeroo ammaa akkuma isaa kan hidhaa ba’an ta’u kan ibse Najiib tokkummaan Oromoo amma argame akkauma kanatti itti fufuu akka qabuu fi innis qooda gama isaa gumaachuun cina akka dhaabatu ibsee jira.

Mana Hidhaa dukkanaa jechuun maali? Hidhaa Keessatti Maal Naayaataa turan? Eegumsii maal fakkaata? Kanneenii fi ka biroof gaaffii fi deebii gaggeeffame caqasaa.

Rasaasaan Iddoo Afur Rukutameen Qabame, Waggootii Hidhaa Keessa Itti Ture Sagal Keessaa Torba Mana Hidhaa Dukkanaa Keessa Turee Ba’e:Najiib Xahaa Hassan
please wait

No media source currently available

0:00 0:21:27 0:00

XS
SM
MD
LG