Xurree ittiin seenan

Breaking News

Bulchiinsi Magaala Sulultaa Manneen Keenya Diigufi Jedhu Jiraattonni

Magaala Sulultaa
Magaala Sulultaa

Namooni magaala Sulultaatti mana ijaaratanii jiraata turan, bulchinsi magaalichaa mana keena nuratti diiguufi jechuun himatan.
Bulchiinsai magaala Sulultaa fi Motumaan naannoo Oromiyaa gama isaatiin hojiin seera kabajsiisu kan hojii irra oolufi namni ragaa abbaa qabeenyuma lafaa qaba jedhu yaroo akka dhihesu ibsamuu isaa beeksisee jira.

Muktaar Jamaal dabalata qaba

please wait

No media source currently available

0:00 0:10:27 0:00

This item is part of
XS
SM
MD
LG