Xurree ittiin seenan

Breaking News

Walitti Bu'iinsa Daangaa Benishaangul Gumuz fi Oromiyaa Jidduutti Uumamee Ture Furuuf Araarri Geggeeffame


Walitti bu’iinsa daangaa Benishaangul Gumuz Godina Asoosaa fi Oromiyaa Godina Wallagga Lixaa jidduutti uumamee ture furuuf araarri geggeeffamuu beekame.

Erga walitti bu’iinsaa mariin araaraa kun yeroo shanaffaaf yoo taasifamu bu’aan itti argamaa jiraa jedhameera. Namootni qe’ee fi qabeenya isaanii irraa buqqa’an deebi’uu jalqabuu isaanii Waajjirri Qindeessaa Nagaa fi Misooma waliinii naannolee lamaanii beeksiseera.

Naakoor Malkaa Baambaasii irraa gabaase. Dhgaggeffadhaa.

please wait

No media source currently available

0:00 0:05:34 0:00

XS
SM
MD
LG