Xurree ittiin seenan

Breaking News

Qoqqobbiin Koree Mana Lubummaa Oromiyaa Irra Kaa’amee Ture Sirrii Miti, Jedhan Abuunonni Waldaa Ortodoksii Naannichaa


Abuunoota Waldaa Ortodoksii Naannoo Oromiyaa

Waldaa Ortodoksii Tawaahidoo Qulqullichi kan Itoophiiyaatti abunoonni Naannoo Oromiyaa har’a sabaa himaaf ibsa kennaniin qoqqobbiin dhiheenya kana koree mana lubummaa Oromiyaaf hundeeffame irra kaa’ame sirrii akka hin ta’iin dubbatan.

Akka abbootiin amantaa kun jedhanitti, tarkaanfiin qoqqobbii tibba kana Sinoodoosii Qulqulluu kan Ortodoksii Tewaahidootiin koree mana lubummaa Oromniyaaf hundeeffame irra kaa’amee ture kun amma kaafamee jira. Gabaasa guutuu caqasaa.

Qoqqobbiin Koree Mana Lubummaa Oromiyaa Irra Kaa’amee Ture Sirrii Miti, Jedhan Abuunonni Waldaa Ortodoksii Naannichaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:37 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG