Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ogeessa Fayyaa Weerara Vaayirasii Koronaa Dursanii Ittisuuf Dursummaan Hojii Addaa Hojjetan 


Hospitaala Ispeeshaalaayzidii Naqamtee
Hospitaala Ispeeshaalaayzidii Naqamtee

Hoji-geggeessaan Hospitaala Ispeeshaalaayzidii Naqamtee, Doktor Taarikuu Taaddasa, weerarri Vaayiresii Koronaa akkuma Itiyoophiyaa seeneen hospitaalli isaanii dhibee kana dursee ittisuu irratti qooda isaa akka gumaachu taasisuuf jecha qaamota hawaasaa fi mootummaa qindeessuun hojiitti seenan.

Hanga Hospitaala keessa bulanii hojii kana hojjachuuttillee carraaqqii guddaa akka godhan dubbatu – Dr. Taarikuun. Dhibeen Koroonaa hanga ammaa Hospitaala isaaniittis tahe Lixa Oromiyaatti argamuu dhaa baateyyuu dursanii qophii gocuuu isaanii fi hawaasaaf wabii fayyaa tahuu isaanitti akka gammadanillee dubbatu.

Gochuusaaniitiifi hawaasaaf wabii fayyaa tahuu isaaniitti akka gammadan dubbatu. Ammallee vaayirasii Koroonaa dursanii ittisuuf hojii hubannoo kennuutti jiru, Dr. Taarikuun.

Gaaffii fi deebii guutuu caqasaa

Ogeessa Fayyaa Weerara Vaayirasii Koronaa Dursanii Ittisuuf Dursummaan Hojii Addaa Hojjetan
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:58 0:00


XS
SM
MD
LG