Xurree ittiin seenan

Breaking News

Artistoonni Oromiyaa Faca’ina Vaayirasii Koronaa Ittisuuf Sagantaalee Hubannoo Uumuu Geggeessaa jiran

Miseensota Waldaa Fiilmii fi Tiyaatiraa Oromoo dabalatee ogeessota artiitiin bulchiisa naannoo Oromiyaa magaalaalee adda addaa keessatti tatamsa'ina vaayirasii Kooronaa dursanii ittisuuf sagantaaleen hubannoo kennuu cimee akka itti fufee jiru dubbatu, artistoonni.

Artistoonni Oromiyaa Faca’ina Vaayirasii Koronaa Ittisuuf Sagantaalee Hubannoo Uumuu Geggeessaa jiran
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:15 0:00

Ogeessonni fayyaa magaalaa Buraayyuu, abbotiin amantaa, dargaggotni tola-ooltummaatti bobba’anii fi bulchiinsi magaalichaa qindoominaan kaleessa hojii hubannoo uumuu akkanaa geggeessanii jiran.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Artistoonni Oromiyaa Faca’ina Vaayirasii Koronaa Ittisuuf Sagantaalee Hubannoo Uumuu Geggeessaa jiran
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:53 0:00

XS
SM
MD
LG