Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itiyoophiyaatti Namani Dhukkuba Koronaa Irraa Dandamatan Maal Jedhan? 


Obbo Daagmaawi Baqalaa
Obbo Daagmaawi Baqalaa

Namoota Itiyoophiyaatti Vaayrasii Koroonaan qabaman keessa muraasni dandamatanii manatti galaa jiru. Kanneen keessaa tokko jiraataa magaala Adaama Obbo Daagmaawi Baqalaa ti.

Mudannoon isaanii fi haalli keessa turan maal akka fakkaatu, gabaasaan VOA , Muktaar Jamaal dubbisee jira.

Guutummaa isaa caqasaa

Itiyoophiyaatti Namani Dhukkuba Koronaa Irraa Dandamatan Maal Jedhan?
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:04 0:00


XS
SM
MD
LG