Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hooggantoonni fi Miseensonni Keenya Hedduun Seeraa-ala Qabamanii Hidhamaa jiru, Jehda KFOn


Faayilii - Dr. Mararaa Guddinaa
Faayilii - Dr. Mararaa Guddinaa

Mootummaan Labsii yaroo muddamaan sababatee miseensotaafi hoggantoota keenya seeraa-ala hidhaatti guuraa jira, jechuun Kongrasiin Federaalawaa Oromoo (KFOn) himatee jira.

Waajirri Abbaa Alangaa Federaala immoo maqaa namootaa fi iddoon isaan itti hidhaman yoo nuuf dhihaate qorannee, yoo balleessaa malee hidhaman tahe ni qulqquleessina, jedhee jira.

Gabaaasaa guutuu caqasaa

Hooggantoonni fi Miseensonni Keenya Hedduun Seeraa-ala Qabamanii Hidhamaa jiru, Jehda KFOn
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:45 0:00


XS
SM
MD
LG