Xurree ittiin seenan

Breaking News

"Hojiin Tola-ooltummaa Hawaasa Musliimaa Yeroo Kanatti Jabaatee Itti Fufuu Qaba"


(Suuraa faayilii)
(Suuraa faayilii)

Hojiin Tola-ooltummaa Hawaasa Musliimaa Yeroo Kanatti Jabaatee Itti Fufuu Qaba, Jedhu Hayyoonnii fi Hordoftoonni Amantichaa

Hawaasni Musliimaa hojii tola ooltummaa ji'a Ramadaanaa keessa hojjachaa turre itti fufuu qaba, jedhu – hayyoonnii fi hordoftoonni amantichaa. Keessumaa sababaa weerara Vaayirasii Koroonatiin rakkoo uumame hanqisuuf gochaan tola ooltummaa daranuu babal’atee itti fufuu akka qabu hubachiisan.

Ayyaanni Soomana Hiikkaa Ramadaanaa hordoftoota amantaa Islaamaa addunyaa mara irra jiraniin guyyoota muraasaa booda kabajama.

"Hojiin Tola-ooltummaa Hawaasa Musliimaa Yeroo Kanatti Jabaatee Itti Fufuu Qaba"
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:51 0:00


XS
SM
MD
LG