Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jaarsoliin Biyyaa fi Hayyoonni Siyaasaa Ajjeechaan Lammiilee Nagaa Irratti Raaw’atamu Dhaabachuu Qaba, Jedhan 


Ajjeechaan qaama kamiinuu lammiilee nagaarratti raawwatamu dhaabbachuu qaba, jedhan jaarsoliin biyyaafi hayyootni siyaasaa tokko tokko.

Nagaan waaraa akka dhufu gochuuf fedhiin uummataa maal akka tahe adda baasanii beekuu, siyaasaa nageenya hawaasaa bu’urfate adeemsisuu, gaaffii uummataaf deebii kennuu fi marii nagaa dhugaa bu’urfate geggeessuu tu furmaata taha,jechuun Raadiyoo Sagalee Ameerikaatti himan.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Jaarsoliin Biyyaa fi Hayyoonni Siyaasaa Ajjeechaan Lammiilee Nagaa Irratti Raaw’atamu Dhaabachuu Qaba, Jedhan
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:27 0:00



XS
SM
MD
LG