Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gabaasaa Amnestii Internaashinaaliin Dhihaate Qulqulleeffachuuf Qorannaatti Jirra: Aaddee Adaanach Abeebee


Haadha alangaa mummittii kan federaalaa, Aaddee Adaanach Abeebee
Haadha alangaa mummittii kan federaalaa, Aaddee Adaanach Abeebee

Hojiin mirga namoomaa kabajsiisuu kan gabaasaaf hojjatamu osoo hin taane kan dantaa lammileef kabajamu dha, waajirri Abba Alangaa Federaalaa Itiyoophiyaa.

Waajirri Abbaa Alangaa gabaasa dhiittaa mirga namoomaa dhaabbatni sadarkaa Addunyaa, Amnestii Internaashinaal baase qulquulleeffachuuf ka qorataa jiru tahuu hoggantuun Abbaa Alangaa Federaala Aadde Adaanech Abeebee VOAf ibsanii jiran.

Gaaffii fi deebii waliin geggeessine caqasaa.

Abbaan Alangaa Federaalaa Gabaasaa Amnestii Internaashinaaliin Dhihaate Qulqulleeffachuuf Ka Qorannaatti Jiru Tahuu Dubbata
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:58 0:00


XS
SM
MD
LG