Xurree ittiin seenan

Breaking News

"Haalli Ayyaana Waggaa Haaraa Bara Kanaa Itti Ayyaaneffame Ka Dur Baratame Irraa Adda"


Haalli Ayyaana Waggaa Haaraa Bara Kanaa Itti Ayyaaneffame Ka Dur Baratame Irraa Adda, Jedhu Namoonni Ambo Irraa VOAf Yaada Kennan

“Namootni Vaayirasii Koronaarraa dursanii of eeguuf gochaan eeggannaa taasisan yeroo gabaa ayyaana waggaa haaraatti gadi bu’aadha” jedhan jiraattonni magaalaa Amboo hagi tokko.

Kabaja ayyaana bara haaraa Itoophiyaa ka bara 2013n wal-qabatee Mootummaan akka uummata biyyattii gidduutti jaalalli uumamu taasisuuu fi ajjeechaawwan bakkawwan garaa garaatti raawwataman jedhanis akka dhaabsisu gaafataniiru.

Yaada namootaa Ambo irraa walitt-qabame caqasaa.

"Haalli Ayyaana Waggaa Haaraa Bara Kanaa Itti Ayyaaneffame Ka Dur Baratame Irraa Adda"
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:34 0:00


XS
SM
MD
LG