Xurree ittiin seenan

Breaking News

Aanaa Gurra Fardaa Keessatti Namoonni nI Ajjeefaman: Angawaa Polisii


Bulchiinsa naannoo uummattoota Itiyoophiyaa gama kibbaa, Godiina Beenchii Shakkoo aanaa Gurra Fardaa keessatti garee hidhattoota eenyummaan isaanii hin beekamneennamnii 13 ajjeefamee 5 madaa'uun ibsamee jira.

Odeeffannoo hawaasnii kennaen shakkamtoonni 9 to'annaa jala oluun kan ibsamee yoo ta'u haleellaa sukanneessaa gaggeeffame kanaan namoota manaa fi qe'ee ofii gadhiisanii deeman hojiin deebisuu gaggeffamaa akka jiru ibsameera.

Itti aanaa bulchaa bulchiinsa naannoo kan ta'an Obbo Ristuu Yirdaaw gadda itti dhaga'ame ibsuu isaanii Yonaataan Zabdiwoos gabaasee jira.

XS
SM
MD
LG