Xurree ittiin seenan

Breaking News

Haleellaa Shawaa Kaabaatti Konkolaachistootarratti Raaw’tame Qorataa Jirra, Jedhu Aangawoonni Mootummaa   


Karaa Bishooftuu (suuraa faayilii)

Godinaa Shawaa Kaabaa naannawaa Garba Guraachaatti qaama konkolaachistootaa irratti haleellaa raawwate qoratee akka ummataaf ifa godhu waajirrii bulchiinsaa fi nageenya godinichaa beeksise. Yeroo ammaatti haalli nageenyaa fi tajaajilli geejjibaa haaluma nagaa duraan tureen akka itti fufee dubbatan.

Uffata seeraa Humna Addaa Oromiyaa hidhattoota uffatantu haleellaa nurratti raawwate jechuun konkolaachistootni naannoo Amaaraatii gara Finfinnee deddeebi'an duraan dubbatanii turan. Itti aanaan komishinara komishiinii poolisii Oromiyaa haleellaa kana kan raawwate humna addaa Oromiyaa miti jechuun dhimmichi qoratamaa jira jedhan.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Haleellaa Shawaa Kaabaatti Konkolaachistootarratti Raaw’tame Qorataa Jirra, Jedhu Aangawoonni Mootummaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:46 0:00


Yaadawwan Ilaali (1)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG