Xurree ittiin seenan

Breaking News

Izemaan Miseensoota Isaa Hidhamuu Himatee Jira


Miseensoonni paartii Izemaa bulchiinsa naannoo uummattoota Itiyoophiyaa gama kibbaa keessatti hidhaman jechuudhaan paartichii bulchiinsa Godiina Konsoo himatee jira.

Miseensoonni paartichaa 11 ituu duula filannoo irra jiranii hidhamuu dubbi himaan paartii Izemaa Naatnaa'eel Fallaqaa Raadiyoo Sagalee Amerikaaf kan ibsanii jiru.

Guyyaa sadiif eega hidhamanii booda Kibxata kaleessaa gadhiifamuu isaanis ibsanii jiru.

XS
SM
MD
LG