Xurree ittiin seenan

Breaking News

Wixata Dabre Wallagga Lixaa, Aaanaa Najjoo Keessatti Dhukaasa Banameen Namoonni 3 Ajjeesaman


Godina Wallagga Lixaa, Aanaa Najjoo keessatti, wiixata darbe, dhukaasa banameen namootni meeshaa waraanaa hin hidhatin sadii ajjeefaman jedhan, bulchaan Aanaa Najjoo.

Bulchaan Aanichaa Obbo Taliilaa Tarraffa, “Ajjeechaa kana ABO Shaneetu raawwate” jechuun himatan.

Namni bakka sana akka turan dubbatan ammoo, “Waan gamaafi gamanaa dhukaasamaa tureef qaama ajjeese adda hin baafanne” jechuun ibsan.

Kan mootummaan “ABO Shanee” ittiin jedhu, hidhattoota Waraana Bilisummaa Oromootti, Dubbi-himaan Zoonii Lixaa Bilisummaa Guutaa, “nuti ajjeechaa kana hin raawwanne” jechuun haalanii jiru.

Wixata Dabre Wallagga Lixaa, Aaanaa Najjoo Keessatti Dhukaasa Banameen Namoonni 3 Ajjeesaman
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:48 0:00


XS
SM
MD
LG