Xurree ittiin seenan

Breaking News

Akkaataa Ayyaaneffannaa Masqalaa, Godina Matakkaltti


Abaaboo Birraa
Abaaboo Birraa

Ayyaanni gubaa Masqalaa Naannoo Benishaangul Gumuz, Godina Matakkal, Aanaa Wanbaraa keessa uummata Oromoo jiraatan biratti haala miidhagaan kan kabajamu tahuu dubbatu Jaarsoliin aanichaa.

Gubaa Masqalaaf ji’a lama jedhamee qophiin ni taasifama jedhu. Gubaan Masqalaa ayyaanota aadaa uummatni Oromoo godinaa Matakkal keessa jiraatu ayyaaneffatu keessaa tokko yoo tahu, seenaafi aadaan Uummata Oromoo Matakkal keessa jiraatuu barreeffamee akka taa’uu fi dhalootni akka Afaan Oromoon baratu sochiin taasifamaa ture laafuu isaatti ka gaddan tahuu dubbatu – maanguddonni nuti dubbisbe.

Qophii guutuu caqasaa

Akkaataa Ayyaaneffannaa Masqalaa, Godina Matakkaltti
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:44 0:00


XS
SM
MD
LG