Xurree ittiin seenan

Wabiin Gad Dhiisamuu Obbo Baqqalaa Garbaaf Ammas Beellama Ka Biraatu Qabame


Ogeeyyii fayyaa, qannan bulaa fi barsiisota kanneen of keessaa qaban namoonni hirmaannaan shororkeessummaa irratti dhihaatee fi galmee ogeessa Fayyaa Firaa’ol Daani’eel jalatti keessatti galmeessaman saddeet Har’a mana-murtii Ol’aanaa Federaalaatti dhihaatanii jiran. Garuuu, dhimmi isaanii amma illee murtii hin arganne.

Abukaatoo isaaniiObbo Tola-maariyaam Magarsaa haasofsiisnee jirra. Obbo Beqqelee Garbaa akka mirga wabii argataniif gaaffiin dhihaates amma illee murtii tokko irra hin geenye. Abukaatoon isaanii Obbo Abdu-jabbaar Huseen Gammadaa waan jedhan qabu. Lameenuu Namoo tu haasofsiisee.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG