Xurree ittiin seenan

Breaking News

''Bara dhufu waan heerumuuf amma booda qunni buqqifachuu hin danda'u''


Ayyani qunni buqifanaa ayyana dubartoota simanaa bara haaraa qaamee keessa taasifamuudha. Ayyana kana irratti shamaran hin heerumin qofi kan irratti hirmaattu yoo ta'uu laga bu'uun gosa margaa 'Qunni' jedhamu buqqisuun qeheetti deebi'anii maatii fi olaaf raabsu isa hafe baaxii manaa gubbaa kaahu. Maatiif olaan dubartooni qunni buqqisani kenaniifi dhadhaa muuduu fi kennaa garagaraa isaanii kenuun gammachiisa.

Taateen gama biraa shamaran sagantaa kana irratti raawata kan rakatee fi dhukubsateef waaqa kadhachuu milkii gaari waliif hawwudha. Sagantaa qunni buqifanaa keessatti dhiiri hin taphatu, garuu samaree hegeree isaaf taatu barbaaachu dhaqa, jaalalee (wadaajii) baafata, haala kanaan ijaarsa mana isaa boriitiif utubaa dhaabbata.

''Bara dhufu waan heerumuuf amma booda qunni buqqifachuu hin danda'u''
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:53 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG