Xurree ittiin seenan

Breaking News

Guyyootii darban sadiif gaggeeffamaa kan ture gumiin DHDUO inni 8ffaan har’a waaaree booda xumuramee jira.Qaamoota hoggansaa sadarkaa adda addaa irra jiran kumootaan lakka’aman irratti tarkaanfii fudhachuu isaa DHDUO..n beeksisee jira.

Kanneen akkaataa hojii seeraan alaa hordofaa turan ittiin jedhe hogganoora kuma lama caalaa aangoo irraa kaasuuKuma shanii fi afuurtama immoo sadarkaa aangoo irra turan irraa gad butuu beeksisee jira.

Kanneen kuma 3 caalan miseensummaa keessaa haquu isaa ibsee jira.Gumii guyyaa sadiif gaggeeffamaa turee har’a ennaa xumuramuu mummichi ministeeraa Dr. Abiiy Ahamad argamanii turan.

DH.D.U.O  Gumii 8ffaa Har’a Xumuree Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:00:54 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG