Xurree ittiin seenan

Breaking News

#FreeGerba - Mirga Baqqalaa Garbaatii Falmuudhaa Sagantaa Yunversitii Ameerikaa Keessatti Torban Tokkoof Geggeeffame


Qophiin Baqqalaa Garbaa akka mana hidhaatii gadhiifamu gaafatu, #FreeGerba jedhu Yunversiitii Ameerikaa keessatti geggeeffame
Qophiin Baqqalaa Garbaa akka mana hidhaatii gadhiifamu gaafatu, #FreeGerba jedhu Yunversiitii Ameerikaa keessatti geggeeffame

As Ameerikaatti Yunversitii Feerfiild keessatti waayee Baqqalaa Garbaa barsiisaa turte.

Dhuma ji'a Ebla darbee keessa sagantaan Baqqalaa Garba akka hidhaadhaa bahu gaafatu , #Freegerba jedhu Yunaayid Isteets Yunversiitii ‘Fairfield’ jedhamu keessatti geggeeffamee ture. Qophiin torban tokko ture sun qaama koorsii Hojii Qarqaarsa Namaa - afaan Ingilisiitin ‘Humaniterian Action’ - jedhamuu an profeeseriin Yunversiitichaa fi itti gaafatamtuu Kutaa Barumsa Siyaasaa Dr. Jeenii Leezermaan barsiistuu ti.

Dr. Jeeniin dhimma profeeseroota biyyoota adda addaa dhabbanni mirga beektota dhiitta mirgaatii saaxilamanii falmu, Iskoolaars Aat Riisk, kenneef keessaa Seemistera tokkoof Baqqalaa Garbaa filattee waayee isaa barsiisaa turte. Maalifi laata?

Kanaa fi hojjiwwan Iskoolaars Aat Riisk Baqqalaa Garbaa fi Dr. Mararaa Guddinaa irratti hojjachaa jiru laalchise itti gaafatamtoota dhabbata lamaanii fi barattoota adda dureedhan sagantaa torbban tokko ture qindeessan keessa tokko dubbisneerraa, dhaggeeffadhaa

#FreeGerba - Mirga Baqqalaa Garbaatii Falmuudhaa Sagantaa Yunversitii Ameerikaa Keessatti Torban Tokkoof Geggeeffame
please wait

No media source currently available

0:00 0:13:01 0:00

XS
SM
MD
LG