Xurree ittiin seenan

Jijjiiramni Qilleensaa Dhibee Busaa Irratti Dhiibbaa Akka Qabaatu Ibsame

  • Jaallannee Gammadaa

Jijjiiramni Qilleensaa Dhibee Busaa Irratti Dhiibbaa Akka Qabaatu Ibsame

Haalli qilleensaa jijjiiramuun Itiyoophiyaa keessatti bookee ykn biinnii busaa nama qabsiiftu irratti dhiibbaa akka qabaatu qorannaan dhiyeenya kana Yunivarsitii Maine kan US hubachiisee jira.

Gammoojjii biyyattii keessa kanneen jiraatan iyyuu busaaf saaxilamuu malu jedhamee jiara. Ministeera Fayyaa Itiyoophiyaa jala kan jiru Institute Pastor ykn Ethiopian public Health kan Finfinnee jiru keessatti qorataa waa’ee busaa fi qilleensa naannoo kan ta’an Dr. Addunyaa Wayyeessaa ibsa nuu kennan qabu.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG