Xurree ittiin seenan

Breaking News

Laguu Gabaa fi Dinagdee Biyyaa


Faayilii- Gabaa Markaatoo, Finffinnee
Faayilii- Gabaa Markaatoo, Finffinnee

Oromiyaa keessatti mormiin lagannaa gabaa torban darbee guyyaa sadiif gaggaaffamuun ni yaadatama.Kunis Dilaala ykn gibiraa humnaan olii hin baafnuu,daangaan Oromiyaa haa kabajamuu akkasumas hidhamtoonni siyaasaa martii hidhaa keessaa haa baafaman kan jedhu hammatee ture.

Laguun gabaa kun dinagdee biyyatti irratti dhibbaa hagamii akka geesisee akkasumas ituu yeroon laguun kun dheerate ta’e adda addummaa inni fiduu danda’uu irratti hayyuu dinagdee kan ta’an Profeesar Mohammed Xaahiroo Yunivarsitii Daalaas irraa xiinxalanii jiru.

Gaaffii fi Deebii gaggeeffame dhaggeefadhaa

Laguu Gabaa fi Dinagdee Biyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:35 0:00

XS
SM
MD
LG