Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhimma Yaala Dhabuu Hidhamtoota Siyaasaa Har’a Mana-murtiitti Dhihaate  


Faayilii - Obboo Baqalaa Garbaa fi Obboo Jawaar Mohammad mana murtii Lidataa yeroo seenan, Adoolessa 16, 2016

Murtii Manni-murtii ol’aana federaala dhimaa Yaala Fayyaa Obbo Jawaar Muhaammad’faa irratti murteesse irratti ol iyyannoo Abbaan alangaa Federaala dhiheesse hardha Manni-murtii Waliigalaa caqasee Guraandhala 16 bara 2013 murtii kennuuf beellamee jira.

Dhadacha gama biraatiin Manni Hidhaa Qaallittii ajaja mana murtii yaala fayyaa Obbo Jawaar Muhaammad’faa dhuunfaan akka yaalaman ajajee ture sababaa raawachuu dhabeef hoogganaan mana hidhaa akka dhihaate ibsa kenne dhadachi beellamamee ture, hoogganaan mana hidhaa Qaalittii waan hin dhihaatiniif beellamni biraan gaafa Guraandhala 16 bara 2013tti jijjiramee jira.

Dhimma Yaala Dhabuu Hidhamtoota Siyaasaa Har’a Mana-murtiitti Dhihaate
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:29 0:00


Yaadawwan Ilaali (37)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG