Xurree ittiin seenan

Breaking News

‘Mo’aa’: Fiilmii Afaan Oromoo Haaraa  


Daarektaari fi barreessa fiilmii Bekii Uumaa
Daarektaari fi barreessa fiilmii Bekii Uumaa

Fiilmiin " Mo'aa" jedhamu kan afaan Oromootiin hojjetame ifaajee waggaa 10tii boodaa gidduu kana dawatootaaf dhihaatee jira.

Daarektaari fi barreessan fiilmichaa Bekii Uumaa tatoota hedduu kanneen ammaan dura fiilmiitti hirmaatanii hin beekne hirmaachisuun akka fiilmicha hojjete ibsa.

Daawwattoonni fiilmii Mo'aa yadaa isaanii Raadiyoo Sagaalee Ameerikaattif kennan fiilmichi roga hundaan qulqulinaan kan hojjetame tahuu dubbatan.

‘Mo’aa’: Fiilmii Afaan Oromoo Haaraa
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:25 0:00



XS
SM
MD
LG