Xurree ittiin seenan

Breaking News

Oromiyaa Keessstti Qormaata Kutaa 8ffaa Harra Kennamaa Jira


Barattoota qormaata fudhachaa jiran
Barattoota qormaata fudhachaa jiran

Biiroon Barnoota Naannoo Oromiyaa qormaata naannoo kan Kutaa saddeettaffaa (8ffaa) harra irraa kaasee kan kennu ta'uu isaa beeksisee jira.

Biiiroon Barnotaa naannichaa barattoota 400,60 oliif naannoo Oromiyaa fi Bulchiinsa Magaalaa Finfinee keessatti kan qormaaticha kennu akka ta'e beeksise.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Biiroon Barnoota Naannoo Oromiyaa Qormaata Kutaa 8ffaa Harra Kennuu Jalqaba
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:26 0:00


XS
SM
MD
LG