Xurree ittiin seenan

Breaking News

Shamarree biyya Arabaatii deebitee hojii ofumaa uummatte hojjattu: Hawwan Nagaa


Shamarree biyya Arabaatii deebitee hojii ofumaa uummatte hojjattu: Hawwan Nagaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:18 0:00

Shamarree Hawwan Naggaa jedhamti. Biyya Arabaa keessa erga Waggaa sadiif hojjattee booda gara magaalaa Ambootti deebitee, mana hojii mukaafi mana nyaataa banuun yeroo ammaa hojjataa jirti. Shamarran biyya Arabaa dhaquudhaaf hawwuurra osuma biyya isaanii keessatti cimanii hojjatanii of fooyyessuu danda'u jechuun Raadiyoo Sagalee Ameerikaatti himteetti. Abbaafi waahillan hojii hawwan tattaaffii Hawwan of fooyyessuuf taasisturratti waan jedhan qabu.

Naakoor Malkaatu Amborraa gabaase.

Yaadawwan Ilaali (2)

XS
SM
MD
LG