Xurree ittiin seenan

Breaking News

Tarkaanfiin Gidduu Kana Fudhatamaa Jiru Itiyoophiyaa Keessatti Jijjiramnii Jiraachuu Agarsiisa. Dr.Awwol Aloo


Muummichi ministeraa Itiyoophiyaa Dr. Abiyyi Ahimed walii galtee daangaa Itiyoophiyaa fi Ertiraa Aljeers irratti mallatteessamee ture akka guutummaatti fudhatu beeksisanii jiran.Kana malees kaampaanilee tajaajiila uummataa gurguddoo kennan harka caalaan mootummaan hanga tokko immoo namoota dhunfaan akka qabamauuf jiran ibsamee jira.

Angawoota waraanaa kan sadarkaa olaanaa fi itti gaafatamaa waajiira odeeffannoo fi tika nagaa guutuu biyyaa kan ilaaleen aangawoonni haaraan kaleessa muudamuu fi kan akka Abba Dulaa Gammadaa, Obbo Girmaa Birruu fi Janaraal Saamoraa Yanuus soorata ba’uun ibsamee jira.

Kana irratti Hayyuu Seeraa kan ta’an Dr. Awwol Qaasim Aloo Yunivarsitii kiil irraa waliin marii gaggeeffame caqasaa

Tarkaanfiin Gidduu Kana Fudhatamaa Jiru Itiyoophiyaa Keessatti Jijjiramnii Jiraachuu Agarsiisa. Dr.Awwol Aloo
please wait

No media source currently available

0:00 0:10:30 0:00

XS
SM
MD
LG