Xurree ittiin seenan

Breaking News

Shamarree Balfa Gogaa Gara Xaa'ootti Jijjiirtee Biqiltuulee Kunuunsitu


Tizzitaa Alamuu
Tizzitaa Alamuu

Shamarree godina Bunnoo Beddellee Magaalaa Beddellee keessa jiraatti hojii hojjetaa jirtutti fuuleffata, qophiin keenya kun.

Tizzitaa Alamuu jedhamti. Balfa gogaa adda addaa irraa Xaaa’oo Uumamaa yokaan Kompoostii oomishuun biqiltoota magaalaa Beddellee keessa dhaabbatan akka kunuunsaa jirtu dubbatti.

Gara Fuulduraatti, Warshaa Balfa gogaa gara Kompoostiitti jijjiiru hundessuun dubartoota hedduu hojii qabsiisuuf akka mul’ata qabdu dubbatti – Tizzitaan. Caqasaa.

Tizzitaa Alamuu
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:59 0:00


XS
SM
MD
LG