Waa'ee Vaayirasii Koronaa Hubannoo Uumuuf Qooda Artistoonni Oromoo Gumaachan 

  • VOA

Namoonni ogummaa artiitti bobba’anii jiran weerara Vaayirasii Koronaa ilaalchisee hubannoo hawaasaa cimsuuf karaa ogummaa isaaniitiin hojii geggaarii hojjetaa jiru.

Giddu-galli Aadaa Oromoo, ka magaalaa Finfinnee jirus artistoota ogummaa isaaniitti fayyadamuun karaa weelluu, diraamaa fi taphoota adda addaa uummata barsiisuuf carraaqaa jiran kana tumsuudhaan jajjabessaa akka jiru dubbata.

Tsahaay Daamxoo Artistootaa fi hooggana Giddu-galicha Aadaa dubbisuun gabaasaa qindeessite qabdi.

Your browser doesn’t support HTML5

Waa'ee Vaayirasii Koronaa Hubannoo Uumuuf Qooda Artistoonni Oromoo Gumaachan