Oromiyaa Keessatti Nagaa Akka Ta’u Akkasumas Wantoonni Qabeenya Keenya Nyaatan Hanqataa Deemu Jennee Abdanna: Obbo Lammaa Magarsaa

  • Jaallannee Gammadaa

Obbo Lammaa Magarsaa

Magaalaa Adaamaa galama caffee keessatti mata dureelee addaa addaa irratti kan mari’ate yaa’iin idilee caffee oromiyaa saddettaffaa ka waggaa sadaffaa fi bara hojii caffee shanaffaa gabaasa hojii bara 2010 fi karoora bara hojii 2011 qaama raawwachiiftuu mootummaa naannoo Oromiyaa dhiyaate irratti mari’chuun xumuramee jira.

Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Lammaa Magarsaa gabaasa raawwii karoora hojiiwwan gurguddoo bara bajata 2010 Caffeef dhiyeessaniiru.

Dhuma irrattis Caaffeen Oromiyaa bara hojii 2011 kan oolu qarshii Biiliyoona 63.44 raggaasisuun xumurame.

Your browser doesn’t support HTML5

Oromiyaa Keessatti Nagaa Akka Ta’u Akkasumas Wantoonni Qabeenya Keenya Nyaatan Hanqataa Deemu Jennee Abdanna: Obbo Lammaa Magarsaa