Manni murtii yakkaa Idil Addunyaa Kamisa har’aa Ajaja hidhaa ministira muummee Israa’eel, Ministira humna waraanaa Israa’eel duranii fi hoogganaa Hamaas irratti baaseera.
Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii ibsa baaseen Somaaliyaa keessatti gareen shororkeessaa Islaamummaa loltoonni biyyoota alaa itti dabalamaa jiraachuun guddachaa dhufeera jedhe.
Caalaa agarsiisi