Xurree ittiin seenan

Breaking News

Namoota Ayyaana Irreechaa Bara Dabree Irratti Dhumaniif Siidaa Yaadannoo Dhaabate Jiraattonni Oromiyaa Akkamitti Ilaalan?

Mootummaan bulchiinsa naannoo Oromiyaa yaadannoo namoota ayyaaneffannaa Irreechaa bara dabree irratti dhumaniif siidaa yokaan soodduu dhaabee jira. “Siidaa Yaadannoo Nmoota Kabajaa Ayyaana Irreechaa Fulbaana 22/2009 Hora Harsadiitti Tasa Luubbuun Isaanii Dabre Yaadachuuf Hojjetame” ka jedhamu tu siidaa sana irratti barreeffamee jira. Gaafa Hagayyaa 27, bara 2017 sirna eebba siidichaa irratti argamuun kan haasawa dhageessisan, prezidaantiin bulchiinsa naannoo Oromiyaa, Obbo Lammaa Magarsaa, ayyaanota Oromoo kabajamoo keessaa tokko ka tahe sirna irreechaa bara dabree irratti dhuminsi dhaqqabe hedduu gaddisiisaa hin dagatamne ta’uu isaa ibsanii, dhumninsa lammiwwanii fi guyyaa gurraacha ittiin yaadachuuf akka tahe hubachiisan. Dhaabbachuu siidaa jiraattonni godinaalee Oromiyaa adda addaa akkamitti ilaalan?

Qophii guutuu dhaggeeffadhaa

Namoota Ayyaana Irreechaa Bara Dabree Irratti Dhumaniif Siidaa Yaadannoo Dhaabate Jiraattonni Oromiyaa Akkamitti Ilaalan?
please wait

No media source currently available

0:00 0:13:42 0:00

XS
SM
MD
LG