Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mootummaan Oromiyaa Manneen-barnootaa 147 Ijaarsisuuf Waliigaltee Mallatteesse


Faayilii - Mana Barumsaa Muka Qulee, Oromiyaa
Faayilii - Mana Barumsaa Muka Qulee, Oromiyaa

Mootummaan naannoo Oromiyaa manneen barnootaa 147 baasii qarshii Biliyoona shanitti dhihaatuun baatiilee toorba keessatti ijaaree xumuruuf walii-galtee mallatteessuu isaa beeksisee jira.

Ijaarsa kana keessatti manneen barnootaa sadarkaa lammaffaa dhibba tokko, manneen barnootaa addaa afurtamaa fi manneen barnootaa bultii toorba kan hojjetaman tahuunis himamee jira. Gabaasaa guutuu caqasaa.

XS
SM
MD
LG