lafuuma kaatee pirezdaanti Yunaaytid Isteets hin taatu. “Akkamitti ree?” jechuun kee hin hafu. Heerri Yuunaytid Isteets namni tokko dorgomuuf: Biyya kana kessatti dhalachuu, Oggaa 35 ta’u, fi Yoo xinnatee ogaa 14 Yunaaytid isteets kessa jirachuu akka qabu dubbata.
Viidiyoo qabsoo ummata gurraacha Ameeriikaa fi bu'a qabsoo isaanii agarsiisu.
Amerikaatti nama kuma hedduutti baruma baraan balaa qawweetiin dhuma.Perz.Obaamaan rakko tana dhaabuuf seera qawween tohatan baasee bulchiinsa mootummaa isaa, White House keessaa hajaja baasee TV irratti labse.
Paartiin mormituu Jibuutii Poolisiin biyyatti nama 19 nurraa fixxe jechuun himatte.Wal dhabii kun ummata nagaa 23 fi poolisii 50 madeesse jedhan.Mootummaan Jibuutti wal dhaba kana irratti nama torbatti lubbuu dahbe jedha
Maddi viidiyoo: Oromia Media Network (OMN)
Caalaa agarsiisi