Godinni Qellem wallaggaa erga waggoota dhiyoo as godinaalee dhiya wallaggaa sababaa nageenyaan kan ka’e uummati rakkoo hamaaf saaxilamee jiru keessaa ti.
Obbo Ashaagreen qonnaan bulaa cimaa akka turan maatii fi kanneen isaan beekan kan dubbatan. Jimaata Waxabajjii 5 bara 2020 galgala mana isaanii keessaa gad waamamanii itti dhukaafamuun ajjeefaman.
Embasichn Ameerikaa kan Finfinnee vaayresii koronaa ilaalchisee ilaalchi farra namoota biyya alaa hammaataa adeemuu ilaalchisee gabaasa argachuu kan itti fufe ta’uu ibsee jira.
Uummata Oromoo fi Amaaraa walitti buusuuf sochiiwwan geggeeffaman waliin ta’anii ittisuuf naannolee kana keessa kanneen socho’an paartileen siyaasaa torba walii galtee irra ga’uu isaanii beeksisanii jiru.
Sodaa keessa jirra kan jedhan barattoonni Oromoo Yuniversitii Waldiyaa, nyaata illee nyaachuuf gara galmaa ennaa deemnu eegumsa raayyaa ittisaanii jedhu. Sodaa qabnu irraan kan ka’e halkan bakka tokkotti walitti qabamnee bulle jedhaniiru.
Sambata kaleessaa jechuun Sadaasa 09 galgala Yuniversitii Waldiyaa keessatti balaa uumameen lubbuun barattoota lamaa darbuu Yuniversitichi poolisii fi barattoonni akkasumas mootummaan naannoo Oromiyaa mirkaneessee jira.
Caalaa agarsiisi